Popular posts from this blog
Acetonaemia (Ketosis)
Acetonaemia (Ketosis) Cause Ketosis is a metabolic disorder that occurs in cattle when energy demands (e.g. high milk production) exceed energy intake and result in a negative energy balance. Ketotic cows often have low blood glucose (blood sugar) concentrations. When large amounts of body fat are utilised as an energy source to support production, fat is sometimes mobilised faster than the liver can properly metabolise it. If this situation occurs, ketone production exceeds ketone utilisation by the cow, and ketosis results. In the beef cow, this is most likely to occur in late pregnancy when the cow's appetite is at its lowest and the energy requirement of the growing calf near its peak. In the dairy cow, the mismatch between input and output usually occurs in the first few weeks of lactation, because the cow is not able to eat enough to match the energy lost in the milk. Symptoms Reduced milk yield Weight loss Reduced appetite Dull coat Acetone (pear drop) smell of breath/ or m...
Waadaa ganame kutaa 2ffaa
kutaa 2ffaa Adeemsa keessa Baacaan gaaffii gaa'ilaa isheef dhiyeesse isheen garuu ammaaf qophii gaa'ilaa akka hin qabne itti himte. Innis yeroof gaddus fedha ishee daangessuu waan hin barbaadneef in obse. Baacaan ija laafessa ilmaati. Ol jedhee ija keessa nama hin ilaalu. Hojiin idilee isaa Hoteela Seenaa fuuldura taa'ee kophee qulqulleessuudha. Achittis maamiltoota hedduu horateera. Nama qoosaa jaallatuudha. Inni nama dhagaa haasofsiisudha ittiin jedhu namoonni. Eenyuyyuu muka'aa isa bira dhufee, akka dhufetti hin deebi'u. Maamiltoota isaa keessaa Kitilaan isa tokko dhiyeenya kana gara Magaalaa Mattuu dhufe. Amalliif Hojiin Baacaa isa waan booji'eef kophee Baacaa bira malee hin qulqulleeffatu. Kitikaan Gorsaaf Qoosaa Baacaa Xiinxalee gaafa Ilaalu Baacaan Nama Dandeettii addaa qabu, kan haalli danqe ta'uu isaa adda baafate. Darbee darbees Laaqana wajjin nyaatu. Hariiroon isaanii oolee bulee isa kaleessaa caala...
Comments