Posts

https://docs.google.com/document/d/0B3paYCY8ddewY2JudG5iTVJhUVRmQXFXREZrUWR3UWl1eVZj/edit?usp=sharing&ouid=114506050832081294237&resourcekey=0-Grzt-Buy1UDCqFvSfjriuw&rtpof=true&sd=true

Jaalala dhugaa

 #ASOOSAMA_GABAABAa  #Kutaa_7ffaa. ...Bilisee faana haasa'u arge. Callisan turtii muraasaf erga ija isaa adii gaggaragalchee ilaalen booda dubbi tokko malee of-rra garagalee deeme. Biliseen hidhii ishee walitti cimmiddee,nyaara ija ishee wawwarraaksaatee mallattoodhan gosh baga waan jettuu fakkaatti. Olaanaa garuu haalli Atinaaf itti bitaacha'eera yoo kana Atinaaf hordofee kutaadhaa bahe,Atinaaf,Atinaaf jechuun faana bu'ee "garuu maaltu akkana si godha foon hin nyaanne saree irra hin dhoowwanii" jedheen Olaanan Atinaafin. Atinaafis waan akkas ta'eef sababa quubsaa hin qabu haalli inni ta'e kun isaafuu hin galle,garuu keessii isaa baay'ee jeeqameera. Gaaf sanaaf sadeen isaaniyyuu(Olaanaa,Atinaaf fi Bilisee) miira addaa keessummeessaa oolan. Olaanaan Atinaaf walitti dhufeenyi isaa fi Bilisee qofti akka bo'uu itti ta'aa jiru ni beeka,garuu mammaaksa "kan ija dhiibee senetu garaa guutee baha" jedhun onnee argachaati ijji hamm...

oro comedy when people eat together

Image