Posts
GENE THERAPY FOR CANCER TREATMENT
- Get link
- X
- Other Apps
GENE THERAPY FOR CANCER TREATMENT SUMMARY Gene transfer is a new treatment modality that introduces new genes into a cancerous cell or the surrounding tissue to cause cell death or slow the growth of the cancer. Cancer gene therapy represents one of the most rapidly developing problems in pre-clinical and clinical cancer research. Now a day, viral, non-viral and bacterial vector methods of gene transfer are used either in vivo or ex vivo/invitro. However, the new technologies of gene therapy (such as pro-drug activating suicide gene therapy, anti- angiogenic gene therapy, oncolytic viro therapy, gene therapy-based immune modulation, correction/compensation of gene defects, and genetic manipulation of apoptotic and tumor invasion pathways) were implemented in most civilized countries, the disease is still devastating the developing countries like Ethiopia and it was aimed to review types, approaches and techniques of gene therapy...
INFERTILITY IN CATTLE#
- Get link
- X
- Other Apps
INFERTILITY IN CATTLE# Infertility is the diminished or absent capacity to produce viable offspring. There are many other causes of infertility in cattle. The goal of a breeding program should be to have 90-95% of cows bred in a 65 day breeding season. If pregnancy/calving rates are below this, finding out why is important. There are both infectious and non-infectious causes of infertility. Non Infectious Causes of Infertility Female • Nutrition • Stress • Genetics Male • Failing to use a bull that has passed a breeding soundness exam • Insufficient bull numbers for cow numbers and environment • Bull(s) with poor libido The most common cause of infertility in beef herds is poor cow nutrition. Over conditioning can also be detrimental, especially in heifers, but is far less common a problem. Body condition before calving, after calving, and at breeding can all contribute to infertility. Cows that calve thin but...
Acetonaemia (Ketosis)
- Get link
- X
- Other Apps
Acetonaemia (Ketosis) Cause Ketosis is a metabolic disorder that occurs in cattle when energy demands (e.g. high milk production) exceed energy intake and result in a negative energy balance. Ketotic cows often have low blood glucose (blood sugar) concentrations. When large amounts of body fat are utilised as an energy source to support production, fat is sometimes mobilised faster than the liver can properly metabolise it. If this situation occurs, ketone production exceeds ketone utilisation by the cow, and ketosis results. In the beef cow, this is most likely to occur in late pregnancy when the cow's appetite is at its lowest and the energy requirement of the growing calf near its peak. In the dairy cow, the mismatch between input and output usually occurs in the first few weeks of lactation, because the cow is not able to eat enough to match the energy lost in the milk. Symptoms Reduced milk yield Weight loss Reduced appetite Dull coat Acetone (pear drop) smell of breath/ or m...
Waadaa ganame kutaa 2ffaa
- Get link
- X
- Other Apps
kutaa 2ffaa Adeemsa keessa Baacaan gaaffii gaa'ilaa isheef dhiyeesse isheen garuu ammaaf qophii gaa'ilaa akka hin qabne itti himte. Innis yeroof gaddus fedha ishee daangessuu waan hin barbaadneef in obse. Baacaan ija laafessa ilmaati. Ol jedhee ija keessa nama hin ilaalu. Hojiin idilee isaa Hoteela Seenaa fuuldura taa'ee kophee qulqulleessuudha. Achittis maamiltoota hedduu horateera. Nama qoosaa jaallatuudha. Inni nama dhagaa haasofsiisudha ittiin jedhu namoonni. Eenyuyyuu muka'aa isa bira dhufee, akka dhufetti hin deebi'u. Maamiltoota isaa keessaa Kitilaan isa tokko dhiyeenya kana gara Magaalaa Mattuu dhufe. Amalliif Hojiin Baacaa isa waan booji'eef kophee Baacaa bira malee hin qulqulleeffatu. Kitikaan Gorsaaf Qoosaa Baacaa Xiinxalee gaafa Ilaalu Baacaan Nama Dandeettii addaa qabu, kan haalli danqe ta'uu isaa adda baafate. Darbee darbees Laaqana wajjin nyaatu. Hariiroon isaanii oolee bulee isa kaleessaa caala...
Asoosama gabaabaa waadaa ganame
- Get link
- X
- Other Apps
Asoosama Gabaabaa! WAADAA GANAME! KUTAA 1ffaa! Waadaan waadaadha.Nii galfatama malee hin galaafatamu. Kan osoo hin baatin ulfaatus waadaadha. Garuu namoonni tokko tokko waadaa fuudhanii osoo hin galchin ykn waadaa sana osoo hin guutin galaafatu. Nutimmoo akkas ta'uu hin qabnu. Ijoollee biyya tokkoodha turani. Maqaan isaanii Biqilaa fi Jireenyaa jedhamu. Lamman isaaniiyyuu hiriyaadha waan turanif Akkuma umuriin isaaniis barnootaaf gaheen barnoota seenani. Jarris barnoota seenani akka dansaatti itti fufuu eegalani. Ijoolleen kun kan dhalatanii guddatanis aanaa J/Arjoo ganda Meettaattidha. Jarris barnoota isaanii achuma mana barumsaa meettaatti itti fufuun barachuu eegalani. Barnoota isaaniis bifa ajaa'iba ta'een osoo achitti baratanuu achii xumuruun gara mana barumsaa sad.2ffaa Arjootti imalani. Biqilaaf Jireenyaan ijoollee ollaadha isarra darbees baay'ee wal jaallatu turani. Yoomiyyuu wal hin lollu walis hin mufachiifnu jechuun jaalala isaaniin waadaa waliif galu turani...
Jaalala dhugaa
- Get link
- X
- Other Apps
#ASOOSAMA_GABAABAa #Kutaa_7ffaa. ...Bilisee faana haasa'u arge. Callisan turtii muraasaf erga ija isaa adii gaggaragalchee ilaalen booda dubbi tokko malee of-rra garagalee deeme. Biliseen hidhii ishee walitti cimmiddee,nyaara ija ishee wawwarraaksaatee mallattoodhan gosh baga waan jettuu fakkaatti. Olaanaa garuu haalli Atinaaf itti bitaacha'eera yoo kana Atinaaf hordofee kutaadhaa bahe,Atinaaf,Atinaaf jechuun faana bu'ee "garuu maaltu akkana si godha foon hin nyaanne saree irra hin dhoowwanii" jedheen Olaanan Atinaafin. Atinaafis waan akkas ta'eef sababa quubsaa hin qabu haalli inni ta'e kun isaafuu hin galle,garuu keessii isaa baay'ee jeeqameera. Gaaf sanaaf sadeen isaaniyyuu(Olaanaa,Atinaaf fi Bilisee) miira addaa keessummeessaa oolan. Olaanaan Atinaaf walitti dhufeenyi isaa fi Bilisee qofti akka bo'uu itti ta'aa jiru ni beeka,garuu mammaaksa "kan ija dhiibee senetu garaa guutee baha" jedhun onnee argachaati ijji hamm...